Dhaabbati qorannoo hawaa Ameerikaa Nasa wal dorgommii booda, dhaabbati tokko dhakaa Baatii yookaan Addeessa akka guuree fiduuf doolara 1 kaffaluuf jedha. Gaafa Kamisaa dhaabbati Lunar Outpost ...
Konkolaataan 'Perseverance' jedhamtu Nasa'n Maarsitti erge suurawwan ajaa'ibaa ergaa jirti. Konkolaataan kun Dacheerraa kaaatee imala ji'a toorbaa booda Maarsirra Guraandhala 18, 2021 saatii 20:55 GMT ...